Oromia Bank

Oromia Bank

Banking

Addis Ababa, Addis Ababa 7,807 followers

About us

Oromia Bank was established in accordance with the pertinent laws, regulations and the 1960 Commercial Code of Ethiopia, by the Monetary and Banking Proclamation No. 83/1994 and by the Licensing and Supervision of Banking Proclamation No. 592/2008. Accordingly, on September 18, 2008, Oromia Bank obtained a banking business license. At the time of its establishment, OIB’s authorized capital was Birr 1.5 billion, whereas its subscribed capital was Birr 279.2 million, and its paid-up capital Birr 91.2 million. OIB began operation on October 25, 2008 by opening its first branch at Dembel City Center, named Bole Branch. Now, the Bank’s branches reached more than 300. OB has grown its paid up capital to Birr 3 Billion.

Industry
Banking
Company size
5,001-10,000 employees
Headquarters
Addis Ababa, Addis Ababa
Type
Privately Held
Founded
2008
Specialties
IFB

Locations

  • Primary

    2Q39+2PJ, Addis Ababa

    Addis Ababa, Addis Ababa 1000, ET

    Get directions

Employees at Oromia Bank

Updates

  • View organization page for Oromia Bank, graphic

    7,807 followers

    Baga Bara Haaraa 2017 Nagaan Geessan! Barri Haaraan kan Nagaa, Jaalalaa fi Milkaa’inaa isiniif haa ta’u! Baankii Oromiyaa Baankii Ummataa እንኳን ለ2017 አዲስ ዓመት በሠላም አደረስዎ! አዲሱ ዓመት የሰላም፣ የፍቅር እና የጤና እንዲሆንልዎ እንመኛለን። ኦሮሚያ ባንክ የህዝብ ባንክ!

    • No alternative text description for this image
  • View organization page for Oromia Bank, graphic

    7,807 followers

    Ayyaana Bara Haaraa 2017 sababeefachuun gaaffii har’a ganama gaafanne namoonni hedduun deebisaniiru. Namootni 4 gaaffii keenyaaf seera dorgomichaa eeguun deebii sirrii kennan badhaasa addaa Ayyaanaa argataniiru. Eenyu badhaasa argate? Liinkii Telegraamii gadii irraa argattu. https://lnkd.in/e9q_nhCt አዲስ አመትን ምክንያት በማድረግ ዛሬ ጠዋት ለጠየቅነው ጥያቄ በርካታ መላሾች ትክክለኛዉን መልስ መልሰዋል፡፡ ጥያቄዉን በትክክል እና የውድድሩን ህጎች በመጠበቅ የመለሱ 4 ሰዎች ልዩ የበዓል ሽልማት ተሸላሚ ሆነዋል፡፡ አሸናፊዎች እነማን ናቸዉ? ከባንካችን ቴሌግራም ገጽ ይመልከቱ፡፡ https://lnkd.in/e9q_nhCt

    • No alternative text description for this image
  • View organization page for Oromia Bank, graphic

    7,807 followers

    Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ Exchange Rate Applicable for Tuesday September 10, 2024

    • No alternative text description for this image
  • View organization page for Oromia Bank, graphic

    7,807 followers

    Baga Bara Haaraa 2017 Nagaan Geessan! Kennaa Addaa Bara Haaraa Baankii Oromiyaa Irraa! Warreen Baankii Oromiyaatti fudhataniif qofaaf Kenna Boonasii 17% 1 USD = 125+ Birr Baankiin Oromiyaa Ayyaanota dhufaa jiran sababeeffachuun Maallaqa firaaf aantee keessan irraa karaa Koodii SWIFT Baankii Keenyaa ORIRETAA ykn bakka bu’oota nu walin hojjataniin ergame Dameelee Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattan bonaasii dabalataa harka 17 kan isin badhaasu ta'uu yeroo ibsu gammachuudhaani. Kennaan addaa ayyaanaa kun ji'a tokko qofaaf kan turu yoo ta'u maallaqa firaaf aantee keessan irraa isiniif ergame dameelee Baankii Oromiyaa isinitti dhihoo jirutti goruun fayyadamoo carraa Bonasii harka 17 ta'aa.

    • No alternative text description for this image
  • View organization page for Oromia Bank, graphic

    7,807 followers

    እንኳን ለ2017 አዲስ ዓመት አደረሰዎ! የአዲስ ዓመት ልዩ ስጦታ ከኦሮሚያ ባንክ የ17% የቦነስ ስጦታ በኦሮሚያ ባንክ ለሚቀበሉ ብቻ 1 USD= በ125+ ብር ኦሮሚያ ባንክ መጪውን ህዝባዊ እና ሀይማኖታዊ በዓላት ምክንያት በማድረግ በባንካችን SWIFT ኮድ ORIRETAA ወይም ከእኛ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል የሚላክልዎትን የውጭ ሀገር ገንዘብ ከኦሮሚያ ባንክ ሲቀበሉ ወይም ሲመነዝሩ ከዕለቱ ተወዳዳሪ የምንዛሪ ተመን በተጨማሪ 17% ቦነስ እንደሚያገኙ ሲንገልፅ ታላቅ ደስታ ይሰማናል። ይህ ልዩ የበዓል ስጦታ እና ቦነስ ለአንድ ወር ጊዜ ብቻ የሚቆይ ሲሆን፤ ከወዳጅ ዘመድዎ የሚላክልዎትን የውጭ ሀገር ገንዘብ ወደ ኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች ጎራ ብለው በመቀበል ወይም በመመንዘር ልዩ የ17% ቦነስ ስጦታ ተጠቃሚ ይሁኑ።

    • No alternative text description for this image
  • View organization page for Oromia Bank, graphic

    7,807 followers

    #Gaaffii_Qaammee 5, Bara 2016 Ayyaana Bara Haaraa 2017 sababeefachuun Telegiraamii Baankii Oromiyaa irratti qofa deebisuun, gaaffii badhaasa addaa ayyaanaa argamsiisuu Baankii Oromiyaa irraa. Hirmaadhaa, Badhaafamaa! #Hubachiisa, Badhaafamuuf: 1. Telegiraamii Baankii Keenyaa Join gochuu, (https://lnkd.in/e9q_nhCt) 2. Deebii sirrii saanduqa yaadaa Telegiraamii Baankii keenyaa keessatti barreessuu, waan barreesitan ‘’Edit’’ gochuu fi yeroo lama yaaluun badhaasa kana hin argamsiisu. 3. Maxxansa kana share gochuun firaa fi aantee keessaniif qoodaa. #ጳጉሜን_5_ጥያቄ, 2016 ዓ. ም የ2017 አዲስ አመት በዓልን ምክንያት በማድረግ በኦሮሚያ ባንክ የቴሌግራም ቻናል ላይ ብቻ በመመለስ ልዩ ሽልማት የሚያስገኝ የጥያቄና መልስ ውድድር ከኦሮሚያ ባንክ። ይሳተፉ፣ ይሸለሙ!  #ማሳሰቢያ ለመሸለም 1.የባንካችንን የቴሌግራም ቻናል Join በማድረግ መቀላቀል (https://lnkd.in/e9q_nhCt) 2. መልሱን በባንካችን የቴሌግራም ሀሳብ መስጫ ሳጥን ዉስጥ መፃፍ። አንዴ የፃፉትን ማስተካከል (ኤዲት ማድረግ) ወይም ሁለት ጊዜ መሞከር ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም፡፡  3. ይህንን መልዕክት ማጋራት።

    • No alternative text description for this image

Similar pages